2 Samuel 19:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni nama kuma toko ka gosa Benjaminitini woliini yaani, Sibaleni, ka hojattu worra Saulo, ilmaani isaa kud'ani shanifi hojatu isaa nama diddamatini d'ufe hayyu durati galaana Yordanitini bahani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Namoonni kuma tokkoo ka gosa Biiniyaamii isa woliin turan; Siibaan hojjataa mana Saa'olii woliin ijoollee kudha shanii fi hojjattoota diddamatu ture; isaan daddafanii mooticha firrisanii laga Yoordaanosii ceeyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isa woliin kolbaan Beniyaaminii kuma tokko, tajaajilaan mana Saa'olii Ziibaalle ilmaan ifii kudha shanii fi tajaajiltoota ifii diddama woliin isa woliin jiraayyu; isaan ariiti'iin gara laga Yordaanosii addee mootichi jiru geyane.