2 Samuel 19:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri galaana taake aka jara hayyu gegeese waan hayyuuni fed'u ch'ufa tolchufi. Ato hayyuuni kurfefate galaana taaku jiru, Shimeini isa durati lafa d'ae,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan mootichaa fi worra isa woliin jiru yabalaan fuudhanii laga gama ceesisu'uuf waan mootichi barbaadu mara godhu'uuf laga ceeyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan maatii mootichaa fidiisaaf, waan inni fedhu mara godhiisaafille karaa malka'aatiin gamatti bu'anee bayane. Ilmi Geraa Shime'i laga Yordaanosii gamatti bu'ee bayee, mooticha duratti fuulaan lafatti gad gombifamee,