2 Samuel 19:2 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi dabsachaani worri nyaapa dabsate guyya suni garagalte boha askarti Daudi ch'ufati tate; wonti akanatiifi askartini guyya suni hayyichi ilma ufiti bohu jira, d'ageete.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Guyyaa san akka mootichi ilma ufiitiif gadde baniin waan dhagayeef mooteen baniin argate maruu gaddatti jijjiirame.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Guyyaa san, «Mootichi ilma ifiitiif gaddeera» oduu jettu loltooti waan dhageetteef, injifachaan guyyaa sanii loltoota duudii biratti gara gaddaa jijjiirame.