2 Samuel 19:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo anini imbeekha ya siti dabe, tanaafi anini gosa gara mirga jirtu keesa nama ch'ufa durati si arga d'ufe, ee hayyicha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garbichi kee yakkamaa akka ta'e waan beekeeruuf kunoo adha mana Yooseefii maraa keessaa daddafee mootii gooftaa kiyya simachu'uuf dhufeera» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tajaajilaan keeti cubbuu akka huje beekeera; adha ammoo goottaa kiyya mooticha fudhatiisaaf, sanyii Yoseefii mara keessaa ani dursee dhufeera» jedhe.