2 Samuel 19:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Abashaini, ilmi Seruya waan jed'e, Shimeini duu male waan inni nama AABBO Waaqi fohate muude abaareefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abiisaan ilmi Tsuuriya'aa garuu Saamiin waan nama Rabbi muude arrabseef du'uu hin barbaachisuu?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ilmi Zeruyaan deette Abiishaayi, «Shime'i nama Mootiin Waan Maraa muude waan abaareef ijjeefamuu qaba» jedhe.