2 Samuel 19:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Daudini Abashaifi oboleesa isaa Yoabuni waan jed'e, Eenuti dubbi tana isaniini gahe, ilmaani Seruya? Isani na d'ibu feetani, hayyuuni Israeli amma anuma, nama Israeli tokole arra inijeesani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti ijoollee Tsuuriya'aatiin, «Ani maal isin godhe? Maaf diina natti taatan? Mana Israa'elii keessaa namni du'uu barbaachisaa? Ani adha akka worra Israa'elii irratti mooye hin beennee?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti ammoo, «Isin ilmaan Zeruyaan deette, dubbii tiyya keessa maanti isin galche? Guyyaa adhaa isin diina natti teetaneertan. Adha Israa'el keessaa nami du'uu qabaa ree? Amma ani mootii Israa'elii ti» jedhe.