2 Samuel 19:26 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni waan jed'eeni, Ee hayyicha, atini imbeeta, anini miila inqabu. Ee hayyicha, Anini hojattu tiyyaani, hare na fahi, hayyu gula deema jennaani inni na balleese,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee deebisee, «Mootii gooftaa kiyya! ani akkuma ati beettu naafa; si wolii deemuu barbaadee hojjataa kiyyaan gaangee tiyya naa fe'i jennaan na ganee na biraa deeme.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mefii-Bosheet deebisee, «Goottaa kiyya mooticha, ani tajaajilaan keeti naafa waan te'eef, ‹Mooticha woliin akka deemu harree kooraa itti naa fe'i› jedheeraayyu; garuu tajaajilaan kiyya Ziibaan na sobe.