2 Samuel 19:28 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worra abba kiyya ch'ufa sila hobaasu malani, ammo atini mesuma kanke irati na gololchite. Karaani anini waan tokole si kad'ad'uni injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Maatiin abbaa kiyyaa maruu silaa si afo'otti worra duuti maleef; ati garuu ana garbicha kee worra kooboo kee irraa nyaatan woliin akka nyaadhu na goote; ani mootichatti dubbachu'uuf mirga maal qaba?» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati silaa sanyii abbaa kiyyaa mara ijjeesuu malee, waan dansaa isaaniif godhu hin qadduuyyuu. Te'uu malee ana tajaajilaa keeti worra qorii teeti keessaa nyaatu woliin tee'ee akka nyaadhu na gooteerta; maarre tana caalaa mooticha gaafatiisaaf mirga maan qaba ree?» jedhe.