2 Samuel 19:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyuuni waan jed'eeni, Dubbi d'ibi lakisi, anini yayu mure aka siifi Sibani hori Saulo qoodattani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi «Maaf dubbii natti guddifta? Atii fi Siibaan akka lafa qonnaa qoodamtan murteesseera» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille isaan, «Tana caalaa hin dubbatin; atii fi Ziibaan fichaa mara akka qoodantanuuf ani ajajeera» jedhe.