2 Samuel 19:32 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Barzilaini nama jaare hobae, ka ganni isaa saddeetama gahe. Inni dureesa, hori gudda qaba ammalle gaafa hayyuuni Mahanaimu jiru guddo isa gololche.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Beerzeel jaarsa woggaa saddeettamaa ture. Inni waan guddisee jaareeruuf mootichi hennaa Mannaayimiin jiru isa badada'aa ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Baarzilaayi jaarsa woggaa saddeettamaa ti; inni dureessa waan te'eef, yennaa mootichi biyya Mahanaayimii jiru, sagalee isaaf geesseeraayyu.