2 Samuel 19:33 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan isani jed'e, Yerusalemuti nu galchi, si qorqorad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Beerzeeliin, «Ani Yerusaalemitti si badadaa na woliin deemi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille Baarzilaayiin, «Na woliin gamatti bu'ii bayiitii Yerusaalem keessa na woliin le'i; anille waan si'iif barbaachisu mara si'iif hin kenna» jedhe.