2 Samuel 19:35 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini nami ganna saddeetama waan dansaafi hamtu gargari imbeekha? Wonti nyaatani d'ugani nati imiofti? qonqo sirbale dandae ind'agaya? Laki ufumaa ulfinna siti tahe si gaargalcha, na eebisi, ee hayyicha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani adha jaarsa woggaa saddeettamaa waan ta'eef waan misha'aa fi waan badaa addaan baasee danda'aa? Ani garbichi kee waan nyaadhee dhugu mi'aa isaa adda baasee danda'aa? Ani laagaa sirbaa ka dhiiraatii fi laagaa intalaa addaan baasee danda'aa? Ani garbichi kee mootii gooftaa kiyyatti maaf fe'aa ta'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani amma nama woggaa saddeettamaa ti; waan hama'aa fi dansaa gargar baasee beekuu hin dande'aa ree? Haganaa achi tajaajilaan keeti mi'a'aa fi bushaa waan nyaatuutii fi waan unuu gargar baasee hin beekaa? Qoonqoo sirbaa ta ijoollee dhiiraatii fi durraa dhage'iisa hin dande'aa? Ani tajaajilaan keeti goottaa kiyya mootichatti maaf ba'aa te'a ree?