2 Samuel 19:36 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti guddooni akanaleeni naa imale, tatule diqo Yordani gama suni si gegeesa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani garbichi kee mooticha woliin laga Yoordaanosii ceeyee diqqoo deemuu barbaade; mootichi garuu akka waan ani jasaa isaa ooleeruu maaf na taasisa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tajaajilaan keeti mooticha woliin laga Yordaanosii gamatti bu'ee bayee haga diqqaa si hin geegessa; ati ammoo maaf badhaasa akkasii kana naaf kennita ree?