2 Samuel 19:38 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Hayyichi waan jed'eeni, Anini kimhamuni deeme waan atini feetu tolchaafi. Sile waan atini himatu ch'ufa sii guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi «Kama'aam na woliin haa deemuu waan ati feete maraa godhaafii waan ati na irraa barbaaddu maraa sii godha» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichille, «Kiimhaam na woliin gamatti bu'ee bayuu ti; anille waan si gammachiise isaaf hin godha; waan ati na irraa barbaaddu mara si'ille'eef hin godha» jedhe.