2 Samuel 19:41 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Israeli ch'ufti gara hayyu d'aqe waan jed'eeni, Ee hayyicha, oboleyaani teenna worri Yuda maanifi nu dabse, armaa siifi worra keetifi worra si woliini yaule ch'ufa fuud'e, galaana Yordani isani takisise?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa baniin Israa'elii maruu gara mootichaa dhufanii, «Obboleewwan teenna ta Yihuuda'aa maaf si fudhatanii si'ii fi maatii kee worra si woliin jiru maraa marsanii laga Yoordaanosii si ceesisu'uuf akka waan mirga qabanii yaadan!» jedhanii gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennuma san namooti Israa'elii marti gara mootichaa dhufanee, «Obboleeyyan teenna namooti Yihuda'aa si mooticha fuudhanee, maatii keetii fi namoota keeti mara woliin dhossa'aan maaf laga Yordaanosii gamatti buusanee baasane?» jedhane.