2 Samuel 19:42 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani worri Yuda waan jed'eeni, Hayyuuni gosa teennaniti? Isani maanifi dallantani, nu taka waan isa toko inyaanne yokhaani woma iraa infud'anne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri Yihuuda'aa maruu worra Israa'eliitiin deebisanii «Mootichi nama keenna waan ta'eef isin garuu maaf waan kana irratti lotan? Inni waan nu nyaannuuf wonti inni nuu kaffale hin jiru; wonti biraallee ka inni nuu kenne hin jiru» jedhanii deebisaniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namooti Yihuda'aa marti deebisanee namoota Israa'eliitiin, «Mootichi fira keenna waan te'eef nuuti tana goone; isin marroo tanaaf maaf aartan ree? Nuuti mooticha irraa woy nyaanneerraa ree? Yookiin nuuti ifii waan tokkolle fudhanneerraa ree?» jedhane.