2 Samuel 19:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoabuni mana hayyicha d'aqe waan jed'eeni, Atini arra askarti tante yayu ch'eersite, nama lubbu tanteetifi ta ilmaani teeti ta d'iiratifi ta dubraatifi, nad'eeni tanteetifi gaarayoota tantele baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab mana mootichaa seenee, «loltoota adha lubbuu tee, lubbuu ijoollee tee ta dhiiraatii fi ta durbaa, lubbuu haawwota manaa teetiitii fi ta ati mata gala itti galtuu sanniin hambisan maraa afo'otti isaan saalfachiifteerta.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yo'aab gara mana mootichaa dhufee, «Ati adha namoota lubbuu teeti, lubbuu ilmaan teetiitii fi durra teetii, lubbuu niitota teetiitii fi gursumeeyyii teetii hamburane mara qaanessiteerta.