2 Samuel 19:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini nama si jibbu jaalate nama si jaalatu jibbita! Wonti atini arra taate kunini aka atini askartifi worra gugurda isiile womatu indarre garsiifti. Wonti anini arge kana — aka sila nuni ch'ufti hobaane Absalomuni jiraatu feeta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ati worra si jibbu hin jaalatta; worra si jaalatu garuu hin jibbita; waan worra loltoota keetiitii fi ajajoota loltoota keetii hin gaddine ta'uu kee addaataa mudhifteerta; uduu Abeseloom lubbu'uun jiraatee nu maruu uduu dhumneerra ta'ee guddiftee akka gammaddu hubadheera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati worra si jibbu jaalattee, worra si jaalatu jibbita; ajajjooti loltoota teetiitii fi loltooti isaanii si'iif akka woy hin baane ati adha beessitteerta; adha Abiishaalom lubbuu hafee, nuuti marti adoo duunee jiraanne akka ati gammaddu ani adha dhagge.