2 Samuel 19:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi kae d'aqe fullo dira d'aatu tae. Jennaani askartini isaa aka inni achi jiru d'ageennaani ch'ufti fulla isaa d'ufte. Ato wonti kunini ch'ufti tau jirtu worri Israeli baqate worra ufiti dachae.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa mootichi ka'ee balbala afoo taa'e; baniin maruu akka mootichi balbala taa'e dhagayanii mooticha bira dhufan; worri Israa'elii maruu gara daasee ufii dheessan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre mootichi ka'ee karra dura tee'e; namoota maratti, «Mootichi karra dura te'eera» jedhanee yennaa himane, marti isaanii gara isaa dhufane. Yennaa san Israa'elooti marti gara mana mana ifii baqataneeraniiyyu.