2 Samuel 2:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi suni Daudini waan Waaqaani jed'e, AABBO Waaqa d'aqe dira Yuda toko iti qubad'a? AABBO Waaqi waan jed'eeni, Beeni, d'aqi qubad'i. Daudini, Dira kami d'aqa jed'e gaafate. AABBO Waaqi waan jed'eeni, Hebroni d'aqi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Daawiti qachoota Yihuuda'aa keessaa gara takkaa bayuu? jedhee Rabbiin gaafate. Rabbillee, «Ee bayi» jedheen. Daawitillee, «Gara qachaa tamii baya?» jedhee gaafate. Rabbillee, «Gara Keebroonii bayi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kanaan duuba Daawiti, «Qachoota Yihuda'aa keessaa gara qachaa tokkoo ol bayuu?» jedhee Mootii Waan Maraa gaafate. Mootiin Waan Maraa deebisee, «Eeti'i ol bayi» jedhe. Daawitille, «Gara qachaa kamii deema?» jedhee gaafate. Mootiin Waan Maraa deebisee, «Gara qachaa Kebroonii deemi» jedhe.