2 Samuel 2:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa hayyu Israeli isa tolchani suni ganni isaa afurtama. Inni ganna lama ch'alla lafa mohate. Ammo gochiti Yuda Daudi gula yaate,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ilmi Saa'olii Iyyaabusteen Israa'eliin irratti hennaa mooyuu jalqabe nama woggaa afurtamaa ture; woggaa lamaa mooye; garuu manni Yihuuda'aa Daawitiin duukaa bu'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Saa'olii Ish-Bosheet Israa'el irratti yennaa mootii te'e nama woggaa afurtamaa ti; inni woggaa lama bulche. Kolbaan Yihuda'aa ammoo Daawiti hordofane.