2 Samuel 2:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani nama kud'ani lama worra Ishboshethi ka gosa Benjamini keesaa filani nama kud'ani lama d'ibi ka worra Dauditini wolti naqani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gosa Biiniyaamiitii fi ilma Saa'olii Iyyaabuste'ee kudha lama; garboota Daawitii keessaallee kudha lama laakkayanii lolaaf bayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre, dargaggooti kudhanii lama gosa Beniyaaminii keessaa ilma Saa'olii Ish-Bosheetiif ka'anee dhaabbatanee laakkowamane; dargaggooti kudha lama Daawitiif ka'anee dhaabbatanee laakkowamane.