2 Samuel 2:21 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Abinerini waan jed'eeni, Na jalaa deebii nama askarti toko reebi, waan inni qabu iraa fud'ad'i. Ammo Asahelini isa jalaa deebiu dide.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abaaneerillee «Gara mirgaa yookaan gara bita'aa gorii ka'imticha tokko qabii meeshaa harkaa fudhadhu» jedheen; Asaaheel garuu isa ari'uu irraa bita'aa fi mirgallee hin gorre;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Abneer isaan, «Gara middaa yookiin gara bita'aa goriitii, dargaggoota keessaa tokko qabiitii meya woraanaa ka isaa irraa fudhadhu!» jedhe; Asaahel ammoo isa ari'iisa hin lakkinne.