2 Samuel 2:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Abinerini waan jed'eeni, Na jalaa deebii! Anini maanifi si ijeesa? Hegeri akami dandae fuula oboleesa kanke Yoabu keesa laala, yo si ijeese?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abaaneeri Asaaheeliin, «Lafaan wolitti akka si hin hodhine na hin ari'in; yoo lafaan wolitti si hodhe ammo attamitti obboleessa kee Iyyoo'aabiin ol jedhee laala?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abneer ammalle Asaaheliin, «Na ari'iisa lakkis! Ani maaf si ijjeesa? Fuula obboleessa keeti Yo'aabii attam te'ee ilaala?» jedhe.