2 Samuel 2:24 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yoabufi Abishaini Abineri reebani, adu d'iite gaara Amma, ka Giani ilaboru, ka kara lafa aloo ta Gibioni deemu ira bahuti bahanini.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aabii fi Abiisaan Abaaneeriin ari'anii karaa gammoojjii Gabaa'oonii afoo Gaadiin haga gayu haga goodda Amaatii yoo bayan aduun hin dhiite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aabii fi Abiishaayi ammoo Abneer ari'ane; isaan adoo isa ari'anuu karaa gara goomolee Giibe'on geessu gara kooba Amaa ka Giiyaa biraa yennaa geyane aduun seente.