2 Samuel 2:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Abinerini Yoabuti lalabe waan jed'eeni, Nu haguma jiru ch'ufa woluma haana? Atini ingartu, aka wonti kunini hameennani buufatu? Nu namu gosuma, atini yoomi worra kana ka nu reebu nuraa deebifta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Abaaneerillee gara Iyyoo'aabii iyye, «Dhugamaan guraadeen bara baraan nama balleessaa? dhumti isaallee hadhaayaa akka ta'e hin beettuu? baniin obboleewwan ufii ari'uu irraa akka deebi'an haga yoomii hin himne?» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Abneer Yo'aab waamee, «Haga bara baraa shallaaga'aan wol lollaa ree? Dubbiin tun wol fixiisatti akka nu geessitu ati hin hubattuu? Namooti keeti obboleeyyan ifii ari'iisa akka lakkisanu ati maaf hin ajajin?» jedhe.