2 Samuel 2:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni ammalle jara isaa kaanifi worra isaani ch'ufa fuud'e, worri Hebronifi dira d'aatu ch'ufati qubate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee namoota isa woliin jiranii fi maatii isaanii maraa fidee qachaa Keebroonii taa'an.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti namoota isa woliin jiranu maatii isaanii woliin fuudhee deemee, isaanille qachaa Kebroonii keessa le'ane.