2 Samuel 2:32 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoabufi jari isaa reefa Asaheli fuud'e awaala worra isaani ka Bethlehemu jiruti awaalani. Jennaani halkani suni ch'ufa yaa bulani ganama Hebronini bahani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aabii fi namoonni isa woliin jiran reeffa Asaaheelii kaasanii qachaa Beeteliheemii awwaala abbaa isaa biratti awwaalaniin; kanaan maayessa halkan guutuu deema'aa bulanii hennaa lafti bariitu Keebrooniin gayan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan Asaahel addee du'ee fuudhanee, addee awwaala abbaa isaa Betlihemitti awwaalane. Achiin duuba namooti halkan deemaa bulanee, yennaa latti bariitu lafa Kebroonii geyane.