2 Samuel 2:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
nama worri suniti erge waan jed'eeni, AABBO Waaqi isani eebisinna, waan isani hayyu keesani Saulo naattani awaaltanifi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawitillee gara namoota Iyyaabisii Gala'aadii dhaamsa ergee akkana isaaniin jedhe, «Isin gooftaa keessan Saa'oliin awwaalu'uun mishummaa waan agarsiiftaniif Rabbi isin haa eebbisu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawiti namoota qachaa Yaabesh-Giil'aadiititti namoota ergee, «Goottaa keessan Saa'ol awwaaliisaan arjummaa waan mudhittaneef, Mootiin Waan Maraa isin eebbisu;