2 Samuel 2:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo AABBO Waaqi isanile nahe isani eebisinna; aninileeni maro huji teesani sunifi isani eebisa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi arjumma'aa fi amanamummaa isinitti haa mudhisu; kana waan gootaniif anillee jasaa kana isinii deebisa;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammalle Mootiin Waan Maraa jaalala ifii ka bara baraatii fi addatamummaa ifii isinitti mudhisu! Isin tana waan gootaneef, anille akkasuma waan dansaa isiniif hin godha.