2 Samuel 2:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amma jabaad'a, woma insodaatina! Hayyuuni keesani Sauloni doonaani, worri Yuda yayu na muude hayyu na tolfate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
gooftaan keessan Saa'ol du'eera; amma cimaa'a! jabaadhaa'a! manni Yihuuda'aa isaan irratti akka mootii ta'u dibanii na moosisaniiran.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Goottaan keessan Saa'ol waan du'eef, sanyiin Yihuda'aa na muuddee mootii ifii na godhatteerti; tanaaf jabaadha'a! Jajjabaadha'a!» jedhe.