2 Samuel 20:11 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari Yoabu nami toko reefa Amasa bira eje, lalabe waan jed'e, Nami goli Yoabutifi Daudi, Yoabu gula yaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Loltoota Iyyoo'aabii keessaa namni tokko reeffa Ameesaayii bira dhaabatee, «Worri Iyyoo'aabii fi Daawitiin faana deemtan maruu Iyyoo'aabiin faana deemaa» jedha'aa ture;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Namoota Yo'aabii keessaa tokko reeffa Amaasa'aa bira dhaabbatee, «Nami Yo'aab jaalatu, ka Daawitiille ka te'e marti Yo'aab hordofuu ti!» jedhe.