2 Samuel 20:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Shebani lafa gosa Israeli ch'ufa keesa dabre, dira Abeli Bethmaaka jed'aniini bahe, jennaani worri gosa Bikri wolti bahe, isa gula yae dira duude.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Saabeehi garuu gosa biyya Israa'elii maraa keessa lufee qachaa Beetamaakkaa akkasuma gara Beerii maraa lufe; baniin gosa Bikirii maruu wol gayanii Saabeehiin faanaa deemanii gara qachatti'ii seenan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sheebaan biyya gosa Israa'elii mara keessa dabaree, gara qachaa Abeel Bet-Ma'aka'aa ka biyya gosa Biikrii keessa jiruu dhufe; namooti Biikrii marti wolitti qabamanee isa hordofane.