2 Samuel 20:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Niiti qaro tokoti dira suni keesa jira; isiini dallaa iraani lalabde waan jette, Ch'aqasa! Ch'aqasa! Yoabu naa gayaama. Anini isaani dubbachu fed'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dubartittiin ogeettiin takka qachaa san keessaa dallawa irra dhaabattee laagaa ufii ol qabattee «Banii dhagayaa'a! dhagayaa'a! Iyyoo'aab akka as dhufu itti himaa'a; ani isa dubbisuu barbaadaa» jettee iyyite.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
dubartiin qarittiin takka qoonqoo ifii ol qabattee, «Dhage'a'a! Dhage'a'a! Yo'aabitti waan himu qabaa asi akka dhufu isatti naaf hima'a» jette