2 Samuel 20:17 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoabuni d'ufe jennaani isiini waan jetteeni, atini Yoabu? Jennaani inni waan jed'e, Ee anuma, Isiini waan jetteeni Aabbo, na ch'aqasi, innileeni, siuma ch'aqasu jira jed'eeni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab isi'itti dhiyaannaan «Iyyoo'aab si'ii?» jetteen; inni «Ee ana» jedhee deebiseef. Isiinillee «Jecha garbittii teetii dhagayi» isaan jennaan innillee «Maarre hin dhagayaa» isi'iin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aab gara isi'ii yennaa dhufe, isiin, «Yo'aab si'ii?» jettee gaafatte. Innille deebisee, «Ee, ana» jedhe. Isiille, «Waan ani tajaajiltuun teeti si'iin jedhu dhage'i» jette. Innille, «Ee, hin dhage'a!» jedheen.