2 Samuel 20:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isiini waan jette, duri waan jed'ani, Dira Abeli d'aqi, waan feetu gaafad'u, siti himani, tanumani dubbini buufati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isiin, «Duraan ‹Namni waa gaafatu Aabeeliin afo'otti haa gaafatuu jedhama wonti gaafatamullee raawwatama'aa› ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isiin ammalle, «Bara durii namooti, ‹Qachaa Abeelii dhaqa'aatii gorsa gaafadha'a› jedhaniiyyu; akka kanaan haajaan isaan qabanu isaaniif muummowa.