2 Samuel 20:19 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Diri keenna kunini dira Israeli keesa nagayafi balchuma qaba. Atini maanifi dira kana balleesu feeta? Atini waan AABBO Waaqa balleesu feeta?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'eliin keessatti qachaan dhuga'aa fi nagaya qabdu qachaa tana; ati garuu maaf qachattii tana balleessu'uuf yaadda? lafa Rabbi nuu kenne diiguu barbaaddaa?» jettee isatti dubbatte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Biyya Israa'elii keessatti worra nageyaa fi addatamummaa qabanu keessaa takkattiin ana; ati qachaa Israa'el keessatti haadha te'e balleessiisaaf wodhaaniisatti jirta; dhaala Mootiin Waan Maraa nu'uuf kenne balleessiisaaf maaf barbaadda?» jette.