2 Samuel 20:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani hayyichi waan Amasaani jed'e, Worra Yuda nama d'iira wolti yaami, atileeni iftaani worra woliini koota.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mootichi Ameesaayiin, «Namoota Yihuuda'aa maraa guyyaa sadiin kana keessatti naa waamii atillee isaanuma woliin as turi» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba mootichi Daawiti Amaasaa'aan, «Kolbaan Yihuda'aa guyyaa sad keessatti gara kiyya akka dhuttu waami! Atille isaan woliin dhaggam!» jedhe.