2 Samuel 20:5 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Amasaani worra yaamu d'aqe, ammo guyya hayyuuni qabeefi kaani ind'umne, oole.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ameesaayi namoota Yihuuda'aa maraa waamu'uuf deeme; garuu inni guyyaa haagana'aa dabarse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Amaasaan ammoo kolbaa Yihuda'aa waamiisaaf deeme; garuu guyyaa mootichi murteesse caalaa ture.