2 Samuel 20:6 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba hayyichi waan Abishaini jed'e, Shebani Absalomu ira nu gaargalcha, jara kiyya kana fuud'i, faana isa iti d'aabad'a yokhaani dira jajabaafa gale nu duraa baha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaaf Daawiti Abiisa'aan, «Amma Abeseloomiin caalaa ka nu miidhu Saabeehii ilma Bikiriiti akka inni qachoota ijaaramte keessatti kushee barbaadee nu jalaa hin milindhe, ati loltoota gooftaa keetii fudhadhuutii isa ari'i» jedheen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daawitille Abiishaayiin, «Ilmi Biikrii Sheebaan Abiishaalom caalaa nu hin miidha; akka inni qachaa dalleya dhaka'aatiin ijaarame dhaggee nu duraa hin milindhe, namoota goottaa keetii qabadhuutii isa ari'i!» jedhe.