2 Samuel 20:8 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri d'akha gudda toko ka Gideonitini bahe jennaani, Amasaani worra fuula keesa d'ufe. Yoabuni miha lola hid'ate, goraade qalqala keesa keeyate, gurdati hid'ate. Ato inni gadi d'ufu jiru goraadeeni isa qalqala keesaa baate iraa lafa buute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa hulee dhagaa guddaa gabaa'ooniin bira jiru gayan Ameesaayi gara isaanii dhaqe; hennaa san Iyyoo'aab uffata lolaa uffatee gulloo mata'atti godhatee guraadee qolaa mudhi'itti hidhateera; uduu inni deemu guraadeen isaa luqqa'ee jalaa bu'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan rassaa guddaa Giibe'on keessa jiru bira adoo jiranuu, Amaasaan isaan bira dhufe; Yo'aab woyaa lolaa uffatee, shallaagaa hidhatti hidhateeraayyu; yennaa inni gara duraa deemiisaaf miila ifii fudhatu shallaagaan isaa gonofaa keessaa bu'e.