2 Samuel 20:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yoabuni waan Amasaani jed'e, Jaali, nageenni bad'aad'a? Jennaani harka mirgichani areeda isa ufiti gadi hirkise aka waan d'ungatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Iyyoo'aab Ameesaayiin, «Obboleessa kiyya! nagaya jirtaa?» jedheenii akka waan dhungatuu ta'ee harka mirgaatiin areeda isaa qabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yo'aabille Amaasaa'aan, «Obboleessa kiyya, akkam jirta?» jedhe; achiin duuba Amaasaa waan sunqataaruu fakkaatee harka middaatiin areeda isaa qabe;