2 Samuel 21:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Bara Daudini lafa fidu suni oola jabdu gana sadi fud'atu tokoti lafa d'ufe. Jennaani Daudini waan oola suni AABBO Waaqa gaafate, AABBO Waaqi waan jed'eeni, Saulofi worri isaa worra harka d'iiga, ka nama fit'u. Inni worra Gibioni fit'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bara Daawiti bulchu woggaa sadihii guutuu beelatu ture; sababaa kanaaf hennaa Daawiti Rabbiin kadhate Rabbi «Saa'olii fi maatiin isaa namoota Gabaa'oonii ajjeesanii yakkaniiran» jedhee deebiseef.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara bulchiinsa Daawitii haga woggaa sadii beelti buute; maarre Daawiti marroo waan kanaa Mootii Waan Maraa gaafate; Mootiin Waan Maraalle, «Saa'ol namoota Giibe'onii ijjeesee, innii fi maatiin isaa worra dhiigaa waan te'aneef tun teete» jedhe.