2 Samuel 21:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Rispani, intalti Aya, woya ch'arqi guurte hoosa d'akha gubbati fulla goblooli worra kaani jiruti jaaratte, haguma gaafa mid'aani hamaani suniti haga hageeti buututi achuma teete. Guyyate isiini allaati goblola iraa gussite, halkani bineensa ala ira d'owarte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Ritsifaan mucattiin Iyyooheelii ta Saa'ol mata gala itti galu uffata gaddaa uffattee, hennaa midhaan itti haamamu irraa jalqabee haga roobni roobuu midhaan dhagaa irratti aftee guyyaa akka simbirti hin nyaanne halkan ammo akka bineensi hin nyaanne dhoogga'aa turte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Intalti Ayyaa Riizphaan woyaa gaddaa fuutee, addee reeffi worra ijjeefame jiru bira rassaa irratti afatte; yennaa haammaa midhaaniitii jalqaddee haga bokkeenni ol-gubba'aa reeffa ilmaan isi'ii irratti roobutti achi turte; isiin guyyaa allaatiin, halkan bineensi reeffa isaanii akka hin geenne dhooggite.