2 Samuel 21:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kae lafele Saulotifi ta ilma isa Yonathani worra Yabeshi ka lafa Gileadi keesa jiru iraa guure. (Worri suni qara lafele suni fulla dida koraa ta Beth-Shaniti hate, fulla worri Filisti gaafa Saulo gaara Gilboa gubbati ijeese reefa iti fannise.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daawiti gara Gilbo'aa dhaqee lafee Saa'oliitii fi ka ilma Saa'olii Yoonaata'aa fuudhe guyyaa baniin Iyyaabisii lafee argan guyyaa worri Filisxeemii Gilbo'atti Saa'oliin ajjeesan reeffa isaanii raasaa Beetisaaniitii hatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
inni dhaqee lafee Saa'oliitii fi lafee ilma isaa Yonaataanii worra Yaabesh-Giil'aadii irraa fuudhe; worri Filisxeemotaa kooba Giilbo'aa irratti Saa'ol ijjeesaneen duuba addee isaan reeffa isaanii fannisane, badhinna Bet-Shaanii keessaa worri Yaabeshii lafee isaanii dhossa'aan fudhataneeraniiyyu.