2 Samuel 21:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Woraani d'ibiini ammalle worra Israelitiifi ka Filisti jidduti kae jennaani, Daudifi worri isaa kae worra Filisti had'e. Had'iisa toko keesa Daudini guddo dad'abe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worra Filisxeemiitii fi worra Israa'elii jidduu lolatu ture; Daawiti fi loltoonni isaa worra Filisxeemiitiin wol lolanii Daawiti dadhabe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Filisxeemotaa fi Israa'elii wodhakkaa ammalle lolli ka'e; Daawiti namoota ifii woliin Filisxeemota loliisaaf dhaqee, adoo loliisatti jiranuu Daawiti dadhabe.