2 Samuel 21:17 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Abishaini, ilmi Zeruya, Daudi qarqaaru d'ufe namicha d'eera furda kaani had'e ijeese. Jennaani jari Daudi isa kakhachiise, aka inni armaa achi deebie worra woliini indulle. Ammalle waan jed'aniini, Atini ifsa Israeliti, d'aamu imale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Garuu Abiisaa ilma Tsuuriya'aatitu du'a isa oolche; inni worra Filisxeemii dhayee ajjeese; achiin maayessa namoonni Daawitii, «Ati ibsaan worra Israa'elii akka hin banne ammaa achi nu woliin lolaaf hin baatu» jedhanii kakataniif.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ilmi Zeruyaan deette Abiishaayi ammoo Daawiti qarqaariisaaf dhufee, Filisxeemicha san ijjeese; achiin duuba namooti Daawitii, «Ati nami Israa'eliif issaa teete akka hin banne, haganaa achi nu woliin hin duulin» jedhanee kakatane.