2 Samuel 21:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Eegi sunile worra Filistitini akasuma Gobuti woli had'ani duuba Elhanani, ilmi Yairi, ka Bethlehemu bahe, Goliathi, ka worra Gathi, ka Someeti woraana isaa haga utuba geetu had'e ijeese.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma lafa Goob jedhamtu irratti worra Filisxeemii woliin wol lolan; hennaa san ilmi Ari'aargii Eeliyaan nama gosa Geetii ka soomayyuun isaa haga muka woyaa dhooftuun woyaa itti martu gayu harkaa qabu Goliyaadiin ajjeese.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Lola dhibii Gob keessatti ka'een Filisxeemota woliin wol lolane keessatti, ilmi Yaa'aree-Oreegiimii Betlihemichaa Elhaanaan, nama biyya Gaatii, Goliyaad ta somey eboo isaa akka muka worri woyaa dhowu woyaa itti maratuu qabateeru ijjeese.