2 Samuel 21:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
(Worri Gibioni gosa Israelitiniti, worri gosa diqo Amoni toko, ta worri Israeli inqorqoranna jed'e kakhate, ammo Sauloni waan guddo worra Yudatifi Israeli jabeesu fed'eefi gosa suni balleesu fed'e.)
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma beekkamu namoonni Gabaa'oonii namoota Israa'eliitii miti; worri Israa'elii worra Gabaa'oonii eegu'uuf waan waadaa galaniif worra gosa Amoorotaa irraa fooyamanii hojjuma ufii jiraatan; Saa'ol garuu guyyaa baniin Israa'eliitii fi baniin Yihuuda'aa wol geettii qabanitti isaan fixu'uuf yaadee ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootichi Daawiti worra Giibe'onii waame; worri Giibe'onii worra Amoorota keessaa lubbu'uun hafe malee sanyii Israa'elootaatii moti; Israa'elooti isaan eegiisaaf kakatanulle, Saa'ol kolbaa Israa'eliitii fi kolbaa Yihuda'aatiifille hinaaffaa waan qabuuf isaan mara balleessiisaaf barbaade.