2 Samuel 21:20 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammalle Gathiti wolhad'ani, achiti namicha d'eera furda toko, ka aka male had'iisa fed'u, argani. Inni harkaafi miilale quba jaa qaba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa gosa Geetii irratti lolatu ka'e; achi nama dheeraa harkinii fi lutti isaa caaccuu woliin quba diddamii afurii qabutu ture; inni garuu nama gosa Raaffaayimii keessaa dhalate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gaati keessatti ammalle lolli dhibiin ka'e; achi keessa nami guddaan ka harkaa fi miila tokko tokko irrattuu quba jaa, wolumatti quba diddamii afur qabu tokko jiraayyu; innille nama sanyii Refaa'otaa ti.